Loading...
「ツール」は右上に移動しました。
利用したサーバー: natural-voltaic-titanium
22いいね 605回再生

Qorataa Kitaaba "Seenaa Bunaa fi Siyaas-Dinagdee Shanan Gibee” Jedhu Barreesse| VOA Afaan Oromoo

Qorataa Saalim Amiin argama bunaa irratti wal morkii jiruuf qorannoo deebii kennu, jedhu geggeessuudhaan kitaaba maxxansisuu isaa dubbata. Kitaaba “Seenaa fi Siyaas Diinagdee Shanan Gibee” jedhu kun baatii kana keessa maxxansamee gabaarra oole. Gosti Bunaa Arabikaa jedhamu, Godina Jimmaa Aanaa Gommaa, Coocee Mudhugaatti jalqaba argamuu isaa ragaawwan jiraachuu dubbata, Saalim. Dr. Jiraa Mokonnin Yuuniversitii Jimmaarraa qorannoon akkanaa egeriif galmee barbaachisaa dha, jedhan.


Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.

» Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
» Vidiiyoo dabalataa laaluuf: youtube.com/c/VOAAfaanOromoo

VOA Afaan Oromoo hordofaa:
» MARSARIITII – www.voaafaanoromoo.com/
» FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA – www.facebook.com/VOAAfaanOromoo
» INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA – www.instagram.com/voaafaanoromoo
» TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA – www.twitter.com/VOAAfaanOromoo

コメント