Faransaay magaala Paariis keessatti boombiin bara walwaraansa aduunyaa 2ffaa ture argamee sochii geejibaa jeeqee jira. Amma gabaasinii kun qopheetti poolisiin biyya Faraansaay waa’ee Boombii kana irratti ibsii kenne nu hin geenyye.
Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
» Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
» Vidiiyoo dabalataa laaluuf: youtube.com/c/VOAAfaanOromoo
VOA Afaan Oromoo hordofaa:
» MARSARIITII – www.voaafaanoromoo.com/
» FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA – www.facebook.com/VOAAfaanOromoo
» INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA – www.instagram.com/voaafaanoromoo
» TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA – www.twitter.com/VOAAfaanOromoo
コメント