▶️ Prezidaant Doonaald Traamp Kamisa kaleessaa Muumicha Ministiraa Biriteen Keeyir Starmer masaraa mootummaa Yunaaytid Isteets, Waayit Hawusitti simatanii hoggantoonni lamaan waldhibdee Yukireen keessaa fi hariiroo diinagdee biyyoonni lamaan qaban irratti marii godhaniiru. Kunis hoggantoonni Yunaaytid Isteets Awurooppaa irratti doorsisa taarifii fi ardittin nageenya ofii tiksuuf Ameerikaa abdachuu akka dhiistu yeroo dhiibbaa gochaa jiranitti.
Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
» Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
» Vidiiyoo dabalataa laaluuf: youtube.com/c/VOAAfaanOromoo
VOA Afaan Oromoo hordofaa:
» MARSARIITII – www.voaafaanoromoo.com/
» FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA – www.facebook.com/VOAAfaanOromoo
» INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA – www.instagram.com/voaafaanoromoo
» TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA – www.twitter.com/VOAAfaanOromoo
コメント